Bilillee | Andualem Gosa | New Oromo Music Video 2024

K-Pop
سال2024
دورانیہ5m

Andualem Gosaa Walaloo: Lalisaa Indiris Adam Yeedaloo: Andualem Gosaa, Takkaaleny Tasfaa fi Uummataa Composer: Simagegnehu Samuel ( Sime_Dita ) Mastering: Abagaz Live instrument: Sax - Zeriye Bass - Lwam Mehari Guitar - Bereket Tesfazgi Mesinko - Chapi Director -Zemen Eshetu (zuzu) Art Director- Daniel Eshetu Production manager - Sura Shiferaw Production design -Samuel Dibisa (Sami Hop) Choreographer: Alamayo Dabi Model: Firans Girma Driver: Firezar Shiferaw Cinematographer: Ephrem Tsegaye Costume: KOKI DESIGN Makeup: YERON HABTAMU Choir: Ramadan Chimessa & Alima Abdela BILILLEE: Shaggarii ulaan shan banaadha, banaadha Essarraan ba'een si barbaada, barbaada Faana kee arguun na dhamaase, dhamaase Karri baayyachuun na qormaate, qormaate Bareedduu qalloo masaakulaa Kolfituun naatoo nyaara kuula Milluu tokkichatiin na laaltee Budaa jaalalaatu na nyaate Hiriyaa gaafannaan maqaashee Badhaadha naan jette abbaanshee ..... Magaallinashee Hidhannoo jaalalaa guuttattee Qalbii too boojitee gugatte ..... Magaalinashee Biliille - mormi bilillee taakkuu guuta safarrisaa                          Qalbi fuudha bareednisaa Akkuma addeessa, Dukkana keessa, ijisheetu ifa-biifaa                                 Jaalalatu irraa tiifa Namnillee - Namni tokkollee, miirakoo naaf hin hubannee Olmaashees natti hin dubbannee Salaalee keessaa, barraakkoo keessaa mogormoo bachoon ofgeessa                  Jaalaltoo lafa naannessaa Boora fardakoon          Galaa hidheen faanakee dhahaa          Kutee kuyyuufi Qarree Gohaa Koo Galaan dhume           Asan jira kottu naan jedhi           Dagamirraan gara kee loha Yaa magaala koo               Darroo bu'uu bu'e dhuuguumaa               Ijatu siyyuu hin agarreef malee Dimbilaala koo            Si yaadullee, du'e dhugumaa            Iyyat' tulluu hin dabarreef malee   Mucayyoo qalloo, war

کاسٹ

Billlie

Singer

آپ کو یہ بھی پسند آ سکتا ہے

تبصرے

1 تبصرے

P💕Oct 30, 2024